Balaan Ibiddi Paarkii kaadhimamaa Haalayidagee Asaabootitti ka'ee ture guyyoota 4 booda tattaffii taasifameen to'anna jala oluun himamee. - ENA Afaan Oromoo
Balaan Ibiddi Paarkii kaadhimamaa Haalayidagee Asaabootitti ka'ee ture guyyoota 4 booda tattaffii taasifameen to'anna jala oluun himamee.

Finfinnee Bitootessa 7/2013 (TOI)- Balaan Ibiddi Paarkii kaadhimamaa Haalayidagee Asaabootitti ka'ee ture guyyoota 4 booda tattaffii taasifameen to'anna jala oluun himamee.
Qindeessaan waajjira paarkichaa obbo Ahamad Idiriis akka Tajaajila Oduu Itoophiyaatti himanitti kutaa Kaabaa barkicharraa gafaa bitootessa 2/2013 kan ka'ee balaan Ibiddaa kun sababaan ka'umsa isaa kan namaan umameedha jedhaniru.
Guyyaa 4 keessatti balaan Ibiddaa kun lafa km100 irraa bosonaa gubuun bineesotaa bosonaa irranis balaa geesiseeras jedhamera.
Haga kaleessa guyyaatti tattaffi ittisni balaa ibiddaa tasiseen ta'atamuus himameera.