Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ayyaanaa Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ayyaanaa Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

Ebla 10/2017(TOI)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ayyaanaa Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Ministirri muummee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun har’a ganama hojjettoota waajjira ministira muummee galii xiqqaa qabanii fi daa’imman waajjirri ministira muummee guddisuuf maaddi qooduusaanii waajjirri ministira muummee beeksiseera.