Poolisiin federaalaa Itiyoophiyaa ergama nagaa fi tasgabbii biyyaan alatti hojii namoomaa cimssee nihojjeta-Itti aanaa komishinar jeneraalaa Malaakuu Fantaa - ENA Afaan Oromoo
Poolisiin federaalaa Itiyoophiyaa ergama nagaa fi tasgabbii biyyaan alatti hojii namoomaa cimssee nihojjeta-Itti aanaa komishinar jeneraalaa Malaakuu Fantaa

Ebla 10/2017(TOI)- Poolisiin federaalaa Itiyoophiyaa ergama nagaa fi tasgabbii biyyaan alatti hojii namoomaa cimssee akka itti fufu ajajaan qajeelcha waliigalaa ittisa yakkaa poolisii federaalaa Itti aanaa komishinar jeneraalaa Malaakuu Fantaa ibsan.
Poolisiin federaalaa ayyaana faasikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa jireenya gad aanaa jiraataniif maaddii qoodeera.