Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisee dadhaboota soomaa fi sagadaan dabarsaniif soomii hiiksifneerra - ENA Afaan Oromoo
Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisee dadhaboota soomaa fi sagadaan dabarsaniif soomii hiiksifneerra

Ebla 12/2017 (TOI)- Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisee dadhaboota soomaa fi sagadaan dabarsaniif soomii hiiksifneerra jedhan kantiibaa Adaanech Abeebee.
Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa fuula marsariitii isaaniirratti barreessaniin kanneen soomaa fi kadhataan dabarsan sooma hiiksifneerra jedhan.
Kanneen harka qalleeyyii fi dadhaboo akkasumas qaama miidhamtoonni bulchiinsi magaalichaa akka isaan hindaganne dubbataniiru.