Phaaphaasiin Phaaphaasotaa Kaatoliikii Roomaa Poop Firaansiis addunyaa kanarraa boqotan

Ebla 13/2017(TOI)-  Phaaphaasiin Phaaphaasotaa Kaatoliikii Roomaa Poop Firaansiis waggaa 88tti addunyaa kanarraa boqochuunsaanii ibsameera.

Phaaphaasichi dhukkuba sombaan qabamanii waldhaanamaa turanis har’a mana jireenyaasaaniitti addunyaa kanarraa boqochuusaanii Vaatikaan beeksifteetti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015