Muummichi ministiraa Dr. Abiyyi Ahimad Boqochuu poop Firaansisiin gadda itti dhagahame ibsan

Ebla13/2017(TOI)-Muummichi Ministiraa  Dr.Abiyyi Ahimad   Waldaa Kaatoolikii Roomaatti  Phaaphaasiin Phaaphaasotaa Poop Firaansiis lubbuun darbuu isaaniitti gadda itti  dhagame ibsataniiru.  

Muummichi Ministiraa  Dr. Abiyyi Ahimad Poop Firaansiis Garalaafummaa, Qajeelummaa fi  ashaaraan bara tajaajila isaanii dhaloota kakaasaa akka itti fufu amantiin qaba jechuu isaanii  odeeffannoon  fuula miidiyaa hawaasaa isaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015