Qulqulluu Abuna Maatiyaas du’aan boqochuu Phaaphaasii Phaphaasotaa Firaansisitti gadduu ibsan - ENA Afaan Oromoo
Qulqulluu Abuna Maatiyaas du’aan boqochuu Phaaphaasii Phaphaasotaa Firaansisitti gadduu ibsan

Ebla 13/2017(TOI)- Qulqulluu Abuna Maatiyaas du’aan boqochuu gaggeessaa bataskaana kaatolikii Phaaphaasii Phaphaasotaa Firaansisitti gadduu ibsaniiru.
Qulqulluu Abuna Maatiyaas gaggeessitoota Kaatolikii Roomaa hundaa fi hordoftoota addunyaarra jiran hundaaf akkasumas maqaa Kaatolikoota Itiyoophiyaatti argaman hundaan gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.