Pirojektonnii seftineti misoomaa magaalota 83 keessatti hojii irra ollufi-injinar Ashiyaa Mahammad - ENA Afaan Oromoo
Pirojektonnii seftineti misoomaa magaalota 83 keessatti hojii irra ollufi-injinar Ashiyaa Mahammad

Finfinnee sadaasaa 23/2013(TOI)- Pirojektoonni wabii nyaataa magaalota yeroo itti aanu magaalota 72 hammachuun waligalati magalota 83 keessati akka hojii irra olu ministirri konistiraakshinii fi walitti qabduun koree kanaa injinar Ashiyaa Mahammad ibsan.
Waggoota 5 darban lammiileen kuma 600 ol ta'an nyaata harkaa gara afaanii argatanii jiruu isaanii itti fufsiisuun danda'amee jira.
Koreen istiriingiraawwii bara 2012 fi karoora 2013 irrattimariyataa jira.
Magaalota pirojektichi keessatti hojii irra oole magaalota magisuu fi qulqulluu gochuuf gumaachee jira.maddi EBC.