Kanneen gibiraa olaanaa amanamummaan kafalan shoorri dinagdee biyya keenyaa keessatti bahan murteessaadha-ministira muummee doktar Abiyyi Ahimad

Bitootessa 13/2016(TOI)-Hawaasni dinagdee dhuunfaa keessumaa Kanneen gibiraa olaanaa amanamummaan kafalan shoorri dinagdee biyya keenyaa keessatti bahan murteessaadha jedhan ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad

Ministirri muummee odeeffannoo fuula marsariitiisaaniirratti baasaniin har’a ganama  kanneen gibira olaanaa kafalan waliin mari’anneerra jechuun eeraniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015